![]() ![]() ![]() Meeshaa waraana eegdota sanaas qabatanii eegduu mana hidhaa sanaa fakkaachun karrarraa dhaabbachuu jalqaban. Itti aansun Juuliyoo wajjin uffata eegdota mana hidhaa sanaa fudhatanii uffatan. Abdiisan eegdota mana hidhaa sanaa hudhee ajjeese. Guyyaa muraasa booda mana hidhaa sanatti geggeessummaa Abdiisatiin alkan deebi’an Abdiisaa Xaaliyaanonni hedduu soodaatu turan. ![]() Waliinis mana hidhaa keessaa badanii miliqan isaan wajjin hidhamtoota 10 ol ta’an fudhatanii bahanii bosonalatti galan. Mana hidhaattis Abdiisaa fi Kapiteen Juuliyoon michuu ta’an. Achitti Kapiteen Juuliyoo, goota Yugozilaavin wal bare. Boodarras booji’amee Xaaliyaaniitti mana hidhaa kuusaa (concentration camp) odola Sisilii keessatti aragamutti hidhame. Yeroo waraanni Xaaliyaanii Itoophiyaa qabatu Abdiisanis waraana kanarrati loltuu ta’ee hirmaatee ture. Kanaan gaddee fi aaree, Abdiisan umurii 14tti Waraana Itoophiyaatti dabalame. Abdiisan kana ol iyyatee abba isaa gadi lakkisiisuf gara Finfinnee yoo deemeyyuu, abbaan isaa dhumaratti ni ajjeefame. Yeroo umuriin isaa 12, Abbaan Abdiisaa obboleessa isaa ajjeesse. Oloneel Abdiisaa Aagaa Wallagga, Oromiyaa kessatti dhalate. Seenaa Gootota Oromoo Amajji 27, 2015G.O.C ![]()
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. Archives
December 2022
Categories |